#Odeeffannoo: Gootichi Waraanni Bilisummaa Oromoo, Aanaalee adda addaa Zoonii Lixaa jala jiran, Zoonii Iluabaaboraa fi Zoonii Jimmaa dabalatee, tarkaanfii waraana bilisummaa Oromoo dhaabuuf jecha, har'a gaafa 11/07/25 waraana Buufata Xiyyaaraa Gambeellaatti bu'e konkolaataa 7tti fe'uun meeshaa waraanaa akka zu-23, dishkaa fi mortarii fe'anii itti fe'an. Gama biraatiin konkolaattota fe'umsaa 10 loltoota fe'anii Bedele irraa gara Jimmaatti fidaniiru, isaanis z-23, dishka, mortar fi RPG hidhachuun beekaman. Fiigichi badhaadhinaa kun hangam akka waliin deemu ilaalla.....
β€1π1
Bilisummaan jedhamtu salphaatti akka hin dhufne bilcheessinee waan beennuuf sa'aatii 24 deemsa ijibbaachisaa fi fottoksaa deemuuf murteessine. Deemsichi akka jedhame osoo hin taane ogummaa ni barbaada.
Daandiin irra deemnu dheeraa akka ta'ee fi namoonni ofitti amanan murtaa'oo fi jajjaboon qofti akka irratti hirmaachuu danda'an seenaa warra bilisummaa isaa wareegama hadhaa'aan gonfatee irraa hubannee turre.
Garuu deemsa dheeraa namoonni muraasi irratti hirmaatan kana daandiin isatti nama geessuu danda'u,"akka daandii gara mana warra waaqayyoo nama geessuu" jedhan san dhiphaa miti.
Kanaaf daandii kana darbee,darbee namoonni akka keenyatti of hin hubachiisin irra deemuu ni yaalu.
Ammoo deemsichi akka fiigicha meetira 3000m san yeroo gufachiisaa fi yeroo gammachiisaa akka qabaachuu danda'u dursuma hubatanii, waan hin eegaliniif iddoo baay'ee fi yeroo gara garaatti ni harca'u.
Deemsichi qaxxaamuraa waan ta'eef Oromiyaa iddoo hundumaatti nu argaa deemtu.
Jaal Ori'aa

β€3
πΈGUMAA haa baasuuf LUGNA hin waamani
πΈHOOMAA keessaas GANTUU hin dhabani
πΈWal mariif Wal geesse JABDUUN lolli hin hafu
πΈ xiiqiitu maraacha JAGNI Lola hin quufu
πΈfiingeen afuufamtee lolli hammachaa dhufe
πΈdhiyootti dhageenya garboomfataan kufee
β₯οΈπβ₯οΈ ALANA WAA JIRTIββββ

β€2
βοΈ"Quuqaa siree kan afe utuu hin taane, kan irra rafetu beeka."
β€3π₯°1
Oromoon kabajaa namaa malee sodaa namaa hin qabuu
Anillen kabaja malee sodaa hin qabuu.
Foon abba koo π
Anillen kabaja malee sodaa hin qabuu.
Foon abba koo π
β€3π2
Kutataan galma hin dhabu
Gabrummaan dheeratef
Hamileedhaa hin cabu
Karaa yoo bubbuleyyuu
Kutataan galma hin dhabu
Turtii gabrummaatin
Kaayyoosaa hin jijjiru
Haalafi yeroo faana
Garaafi qalbii hin hiru
Umrii isaa gubatef
Taa'ee quba hin nyaatu
Ofif bakka hin qabu
Namni dhugaaf kaatu
Galman gahuu fedha
Imaanicha baatu
Abdii kutuu hin beeku
Yoo dhugaansaa dabu
Cichoomina tole
Kutataan galma hin dhabu
βοΈ Jaal Qindeessaa Ilma Oromoo
Gabrummaan dheeratef
Hamileedhaa hin cabu
Karaa yoo bubbuleyyuu
Kutataan galma hin dhabu
Turtii gabrummaatin
Kaayyoosaa hin jijjiru
Haalafi yeroo faana
Garaafi qalbii hin hiru
Umrii isaa gubatef
Taa'ee quba hin nyaatu
Ofif bakka hin qabu
Namni dhugaaf kaatu
Galman gahuu fedha
Imaanicha baatu
Abdii kutuu hin beeku
Yoo dhugaansaa dabu
Cichoomina tole
Kutataan galma hin dhabu
βοΈ Jaal Qindeessaa Ilma Oromoo
β€5π₯°1
"Nama jiruu isaa Gammachuun jiraataa jiruuf Gadduunkee Goowwummaadha"
β€1π₯°1
π₯Mataa Bada malee yoomuu ni jira maqaan gootaa
onnee dhalootaa keessa jirta tarree Goototaa irraa iftee mul'atta π
=============
#highlightseveryonefollowers@malkaadhibayyuu

β€6
AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA!
------------------------------------------------------------
1. Waan gaariif cimina ofii isaanii akkasumas kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa na biraa caalaa kan isaani irrattii guddaa tiyyeeffatu.
Waan qabanii fi waan danda'an irratti xiyyeeffannoon hojjetu.
2. Namoota (hiriyyoota) gaariif bilchaatoo ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu jechuudha.
3. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an' irraa barachuuf taattaafatu.
4. Abdii hin kutani.Yoo kufan ka'uu akka danda'aan beeku.
5. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon waan itti jiranii keessatti barbaachisaadha jedhanii amanu. namoonni mo'atoonis murtoo haqaa murteessuu akka danda'aan amanu.
6.Doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan,garuu irraa baratu.
7. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamnif dhiphinni, rakkinoonnii garagaraa itti dhufu ykn irra ga'u waan isaan miidhe caalaa buhaa itti miidhamanii argatan yaadu.

β€7π1